Bonsa Adem - ARSITTII (Official Music Video)
✔️ Click Here for More
Musics
Bonsa Adem - ARSITTII | New Oromo Music 2026 (Official Music Video)
ARSITTII — maqaa qofa miti; seenaa jaalalaa, safuu, kabajaa fi bareedina aadaa keenyaati. A celebration of love, dignity, and Oromo cultural identity.
Subscribe to Vision Entertainment: https://www.youtube.com/@visio....nentertainment4507?s
Bonsa Adem sagalee isaatiin, Adugna Gashu immoo walaloo fi yeedaloo isaatiin miira jaalalaa gara keessanitti fidu.
Viidiyoon kun walbaruu fi hawwii jalqabaa irraa kaasee, yeroo waliin dabarsan, yaadannoo jaalalaa fi miira wal yaaduu keessa darbuun, gara gammachuu waliinitti nu geessa. Buna maatii waliin dhuguu, ilaalcha jaalalaa, uffata aadaa, shubbisaafi ho’a hawaasaa keessatti seenaa isaa hima.
Aadaan keenya eenyummaa keenya. ARSITTII keessatti, jaalala aadaa keenyaaf qabnu suuraa, sochii fi seenaa keessatti mul’isuuf hojjenneerra.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
ARSITTII is a celebration of love, dignity, and Oromo cultural identity.
Through exchanged glances at a family coffee gathering, tender moments together in the wheat field, the ache of longing, and the warmth of a nighttime community celebration, the video follows a connection that grows beyond its first spark.
Directed by Beka Gemedi, ARSITTII brings its story to life through expressive performances, cultural clothing, everyday gestures, and the shared joy of music and dance.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
MUSIC & VIDEO CREDITS
Artist: Bonsa Adem
Song: ARSITTII
Lyrics & Melody: Adugna Gashu
Music Arrangement: Aman Iluu
Director: Beka Gemedi
Cinematographer: Rayyan Mahammad
Editing & Color: Rayyan Mahammad
Choreographer: Biruk Addisu
Drone: Beka Gemechu
Gaffer: Mulugeta Olihiqa
Actress: Mahlet Iticha
Graphics: Wabii Graphics
Costume: LOKO
Production: Vision Production
Released on: Vision Entertainment
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
LYRICS — ARSITTII (Afaan Oromo)
Roobee walashiyyoo
Mi’oo dawaadiinaa
Garaan cittu diinaa
Kootta tushaan hiinaa
Garaa ima hiina sabbataan dhoksine
Ijahoo maal goonaa
Kan libsuu hin obsinee
Arsitti jaaladhe leelloo
Torrban ilmaan mandoo warra gootaa
Boorile maammad gadaa
Tan aliyyii cirrii ganda shaawwee
Kuluuba raayituu kololooni hintala baaliyyoo
Warra daawwee
Saannateef roobe jidduu
Goobba lafoo nama hin oofu
Naaf situ beeka waliif
Obsa garaa dugdi hin laafuu
Weebileef soofumari aayya makkon buna dhaabdi
Dadhabe jaalala kee halkan guyyaa si na yaaddi
Bulloo tiyya siddisa
Tiyya siddisa tiyya siddisa
Urgaa’e shittoon sirra
Badhema foolin nama harkisa
Odaa laga waabiyyoo
Ya odaa waliin jala dhaabbanne
Way dhukkuba jaalalaa
Kan ollaan seenee nama hin gaafanne
Arsitti jaaladhe leelloo
Torrban ilmaan mandoo warra gootaa
Boorile maammad gadaa
Tan aliyyii cirrii ganda shaawwee
Kuluuba raayituu kololooni hintala baaliyyoo
Warra daawwee
Albasoof diida’atti dheeda cinaacha arseeti
Homa kee yaada bullo gaafa guyyaa si argeti
Boorilee maaltu falaa obsa wallaale garaani
Ibsituu soora jiruu naaf himi me malli maali
Manaa gad sin baasani warri kee hin beeka
Nama dheekamu
Garaan kiyya boora’ee akka aannaanii
Kan na raafamu
Sandaaboma sii bitaa of jalaa jaanoo
Lafa hin geessini
Fagaattee lubbuun narra adaraa waanyoo
Hin gammachisini (x3)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Sirbi kun eenyu isin yaadachiisa? Kutaa viidiyoo keessaa kamtu isinitti tole? Yaada keessan nuuf barreessaa.
Who does ARSITTII remind you of? Tell us your favorite moment in the comments.
Like, share, and subscribe to Vision Entertainment for more Oromo music. Turn on notifications to follow upcoming releases.
Galatoomaa—deeggarsi keessan hojii keenyaaf humna!
More videos directed by Beka Gemedi:
https://www.youtube.com/playli....st?list=PLypCyv-lCZ4
Follow Vision Entertainment:
YouTube: https://www.youtube.com/@visionentertainment4507
Facebook: https://www.facebook.com/visionentertainment2020
Follow the director, Beka Gemedi:
Facebook: https://www.facebook.com/Bekagemedi
TikTok: https://www.tiktok.com/@bekagemedi
Instagram: https://www.instagram.com/bekagemedi
For business inquiries, licensing, and collaborations:
Visionentertainment2020@gmail.com
© Vision Entertainment. All rights reserved.
Unauthorized reproduction, re-uploading, distribution, or commercial use of this content is prohibited.
#BonsaAdem #ARSITTII #OromoMusic #EthiopianMusic #BekaGemedi #VisionEntertainment
Show more
