Playing Next....


      Muddin jamaal-Shaggariin hin hafnu- New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)



      ✔️ Click Here for More Musics

      Aanolee jaawwi lafaa
      Aana jechaarree nafaa
      Reeffatti aansani
      Aanarraa dheessuun fafaa/2/

      Guyyaa goraaf guyyaa morkaa
      Goonni rasaasarra daddafaa
      Goonni rasaasarra daddafaa
      Dhiirri rasaasarra daddafaa/2/

      Guyyaa goraaf guyyaa morkaa
      Goonni rasaasarra daddafaa
      Dhiirri rasaasarra daddafaa
      Goonni rasaasarra daddafaa

      Qeerroo nageessoof
      gishaa dhiira wayyaa
      Laayyoon asin geenne
      bari ilmaan aayyaa
      Azuuleerra naannahee
      Addeellee gahee
      Mandoon gamaan jiraa
      Dhoombiriin bahee

      Mammagaallan maadadaa
      Ijoollee diida'aa
      Harka kennuu didee
      Ganna amaan fa'aa

      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardi kophaan kaatu kolfaafuu
      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardii qophaan kaatuu kolfaafu
      Shaggariin hin haftu hundaafuu
      Lama dhabuun taanu kolfaafuu

      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardi kophaan kaatu kolfaafuu

      Fardii qophaan kaatu/6/


      Aanolee jaawwi lafaa
      Aanaa jechaarree nafatti aanaa
      Reeffatti aansani
      Aanarraa dheessun fafa

      Calanqoo lafti meettaa
      Jajjabaadhukaa ni dandeettaa
      Of agarsiisimee yaaboo
      Hangam hangam geettaa



      Guyyaa goraaf guyyaa morkaa
      Goonni rasaasarra daddaafaa
      Goonni rasaasarra daddafaa
      Dhiirri rasaasarra daddafaa

      Guyyaa goraaf guyyaa morkaa
      Goonni rasaasarra daddafaa
      Dhiirri rasaasarra daddafaa
      Goonni rasaasarra daddafaa

      Qeerroo nageessoof
      gisha dhiira wayyaa
      Laayyoon asin geennee
      Bari ilmaan aayyaa
      Azuuleerra naannahee
      Addaallee gahee
      Mandoon gamaan jiraa
      Dhoombiriin bahee
      Mammagaallan maadadaa joollee diida'aa
      Harka kennuu didee
      Ganna amaan fa'a

      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardi qophaan kaatuu kolfaafuu
      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardii qophaan kaatu kolfaafuu

      Shaggariin hin haftu hundaafuu
      Lama dhabuun taanu kolfaafuu

      Cilaaloon hin baatu qorraafuu
      Fardii qophaan kaatu kolfaafuu

      Fardi qophaan kaatu kolfaafuu

      /8/

      Vision Entertainment is your number one stop for quality Music videosadmin and production.

      Vision entertainment is a fully integrated audio, video and art company with the vision of expanding the current music and art industry of Africa with the goal of becoming an all around entertainment leader

      Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Video)

      Subscribe Below to be the first to watch videosadmin and get exclusive access!

      Subscribe: https://www.youtube.com/c/Visi....onEntertainmentethio

      Social Media:

      https://www.facebook.com/visionentertainment2020/

      Instagram : https://www.instagram.com/Visionenter...

      #EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment

      ©Vision Entertainment LLC. Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited.

      Show more

      Playing Next