Playing Next....


      Lencho Gemechu-Saglii- New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)



      ✔️ Click Here for More Musics

      Ee tiya yayee ee tiyaa yee
      Ee tiyaa eetiyaa
      Chora Nonno blBunnon bayee 
      Ilubaboor yo deemte beenyee
      Yoo deemte beenyee(2)
      Hiddinaan Hiddi malee yaa korma  koo maal maqaan axanxarii
      Sirbinaan sirbi malee yaa daama koo maal maqaan na gabarii
      Gurralee sayyan boruu yaa korma koo
       goticho barii dule.
      Innan bo'uuf suma yaa daalitti 
      dallitti kome lulee.

      Ilubbaabor...oooye
      Iluubaabor.. oooye
      Ilubaabor fardi booraa 
      Ajeessan faachuma koora
      Ilubaabor fardi koraa 
      Ajeessan faacha koora 
      Koora malee hin yaabani
       yaa kiloolee sirbii malee

      Irra keessa qootannaa sangaan kenya batalli
      Bar sangaan kenya battalii
       irra kessa kofalaa garaan kenya gargarii 
      Garaa dhiraa hin beekanii

      Kannisi farsoo hin sortuu yaa dama kooyee 
      Damma bifaatti sontii 
      Mancuufeen daamaa irraa hin tessuu korma koyyee
      Eeraquuf daamaa kortii 
      Borrii hin booraa Ajeesan faacha kooraa 

      Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii
      Afaan kee duruu dammaa maa soogidda cuubanii
      Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii
      Afaan kee duruu dammaa maa soogidda cuubanii
                            
       Dhas Godhii sirbii kulle yaa dammakoo hortee warra Daallamee
      As asi dhiisii as kommee yaa damma koo argaafin si beellamee
      Deemnulle waa nun arguu yaa korma  koo bilaa kichuu muranii.
      Waan baanef sila tanee yaa damma koo gamessa hin takalanii.
      Safeffatuu kuulashi sooneen mudhiin sabbataa 
      Soneen mudhiin sabataa 
      Yoo sirbituu sirbashii onneen maa na dhitattaa
      Onnen maaf na dhitattaa

      Warraa waaccuttin sirbuu yaa damma kooyee aallee argaan 
      Naasisuu
      Sirbituun silaa Dikkoo yaa korma koo dabana na ceesisuu.
      Borri hin booraa Ajeesaan faacha guuraa.
      Yaa tumaa shangoo meexxi 
       been goolen bilatuudha
            Waan taane sila taane 
            kan sichi malachuudhaa.
                     
      Kalaamaayee kalaamaa ija booruu
      Turuu sirraan oluu 

                       Ababesa kee jala horasa budufatu
                       Dargagessa kee jala dhirri lama hin dubbatuu
                       Baddaa keessa kaatani maqaa gurren geeraruu.
                       Gabatamoo hin dhuftaree jalataan garaa hiniruu
                       Abidde gorma golee kan qaroon didimatu.
                      Argita atuu kot malee korma dhugaaf booratuu.

      Ijaareen kaaba kabaa doggiin gaadisaam duruu
      An deemee nagaa nagaa shaggee korri irraa tooluu
      Saan abbaa jiruu dhaltee sanbatte narraa fudhuu
      Kan abbaa jiruun ta'ee waan badee barbaadadhuu
      Eee.. tiyyaaa ... Eee tiyyyaaa
                      

                                 The End!!!!!



      Vision Entertainment is your number one stop for quality Music videosadmin and production.

      Vision entertainment is a fully integrated audio, video and art company with the vision of expanding the current music and art industry of Africa with the goal of becoming an all around entertainment leader

      Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Video)

      Subscribe Below to be the first to watch videosadmin and get exclusive access!

      Subscribe: https://www.youtube.com/c/Visi....onEntertainmentethio

      Social Media:

      https://www.facebook.com/visionentertainment2020/

      Instagram : https://www.instagram.com/Visionenter...

      #EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment

      ©Vision Entertainment LLC. Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited.

      Show more

      Playing Next